Create New Playlist

Add a cover pic of your own choice

(Optional)

Name

AI Cover Generator

4 credits

Not enough credits (0/4).

Logout

Are you sure you want to Logout?

Close

Onneenkee Jaalala Beeku by Hfgjhohhe

SongGPT
Onneenkee Jaalala Beeku by Hfgjhohhe - Afrobeat music cover art

Onneenkee Jaalala Beeku

Afrobeat

0:003:00
Lyrics
Description
onneenkee, onneenkee jaalala beeku
onneenkee, onneenkee jaalala beeku
onneenkee, oooo... uuuu
onneenkee jaalala beeku
haalaaf yeroorraa maddee...!
si jaalladhee argeeraa
kan si jaallatuufan gaddee...!
onneenkee jaalala beeku
haalaaf yeroorraa maddee...!
si jaalladhee argeeraa
kan si jaallatuufan gaddee...!
dhugaa namatti fakkaata
arrabni kee gaafa lallabuu...!
keessa kee maleessaa
alli kee mudaa hinqabuu...!
onneenkee jaalala beeku
haalaaf yeroorraa maddee...!
si jaalladhee argeeraa
kan si jaallatuufan gaddee...!
dubbadhee hin fixuu
balleessaa kee lakkaa’ee...!
garuu ati hoomaa goone
anatu mataarra si kaa’ee...!
onneenkee jaalala beeku
haalaaf yeroorraa maddee...!
si jaalladhee argeeraa
kan si jaallatuufan gaddee...!
dhuguma jedhee amaneen
iddoo jabaa siif laadhee...!
rakkina kee hundumaa
si gargaareen baatadhee...!
onneenkee jaalala beeku
haalaaf yeroorraa maddee...!
si jaalladhee argeeraa
kan si jaallatuufan gaddee...!
kana hundumaa bareen
abaaboo jaalalaa cabsee...!
nagaatti jiraachuu yaadeen
qofummaa ofirratti labsee...!
onneenkee jaalala beeku
onneenkee
onneenkee jaalala beeku
onneenkee
oooo... uuuu