Create New Playlist

Add a cover pic of your own choice

(Optional)

Name

AI Cover Generator

4 credits

Not enough credits (0/4).

Logout

Are you sure you want to Logout?

Close

Masjidul Aqsa Anthem 2 by Mohammed

SongGPT
Masjidul Aqsa Anthem 2 by Mohammed - World/Spiritual music cover art

Masjidul Aqsa Anthem 2

World/Spiritual

0:003:45
Lyrics
Description
Yaa babu salaat,
yaa baabu Salaah
Yaa Masjidul Aqsa
Ardul_Muqadasa
Dachii qulqulluu
Burqa barakaa
Jaalala keetu
Na keessa hurka
Lafa Raahmanni
Itti lola'e
Gola nabiyyoonni
Keessaa yaa'ee
Balbala salaanni
keessaan nuuf bu'ee
Ulaa tasgabbiin
Ittiin as ba'e
Yaa babu salaat,
yaa baabu Salaah
Yaa Masjidul Aqsa
Ardul_Muqadasa
Seena qabeettii lafaa
Hangafa Umriin qaataa
Handhuura Islaamummaa
Kan ormaa akkamiin taata
Akkaataan uumamaa
Caasaan teessumaa keetu
Daangaaf Jaaramni kee
Dhugaa kee dubbatu
Argaa dhugaa qabaatee_
Kan Ilaalee hubatu,
Barruu seenaaa gaafatee
Burqaa kee haa qoratu.
Miidhagduu kara deemaan
Laalee sirraa maraate,
Nabiyyootaa Meeqatu
Si keessatti salaate.
Boqonnaa sammuu koo
Jiruu koof gaaddisa
Karaa jannataa koo
Eenyufan si dhiisa
Yaa babu salaat,
yaa baabu Salaah
Yaa Masjidul Aqsa
Ardul_Muqadasa
Booyichi ilmaan yatiima
Miidhamtu ijoolle gaazaa,
Birmanna dhabde har'as
Gubee Garaa na raasa.
Osoo dhageenyu argaa
Ukkamamnee laallaree?
Araddaa keenyaa baasne
Diinqa ormaa keenyaree?
Falasxinii birmadheen
gaazaaf Aqsa ko tumsa,
Waa kanko ormaan dhiisuu
Bilisoomsu dadhabus_
Du'eefin jala ciisa.
Anis Sin woliin ta'een
Lubbuu koo aarsaa laadha
Salahadinal_ayyub
waliinan Jiraadha
Ergaman qaba harkaa
Dhaamsa ganamaa
Rakkoo na baase manaa
Miidhama obbolummaa
Bilisoomsufin deeme
Qabeenyan Saamame
Mahdiitti naaf dhaami
yoon an wareegamee.
Yaa babu salaat,
yaa baabu Salaah
Yaa Masjidul Aqsa
Ardul_Muqadasa
dhiigni keessan lola'e
Worri wareegamtanii
Caba lafee keessani
diiniif aarsaa gootani.
Obsitan amma Obsaa
Dachiinu kan baannee
tiksitan Hambaa Rasuula
amanaadiinaa laannee
Sadan Masjida Nabii
tartiibaan lakkooftanii
hambaa Islaamaa tiksitan
Baguma milkooftani
Wareegamaaf baatanii
kannen lubbuun haftan
galma injifannoo ga'uuf
Kan Carraaqaa jirtan
Ammas Jajjabaadha
hidhannoo nuuf jabeessaa
Qoorsaa Imimmaan yaatimaa
Galma milkii nu geessaa
Faana wolii hiriirree
Seera Rabbii tiksina
Qaama tokko yoo taane
Shira Diina jigsina
biliyoonota jira
duuba faana keessani
tokkoffan keessanuu kuma
yoo Rabbiif dhabbatani
yaa babu salaat,
yaa baabu Salaah
yaa Masjidul Aqsa
ardul_Muqadasa
yaa Gooftaa jabaa
Qilleensi siif loluu
mujahidni kan kee akka milkiin nuuf galu.
nInni Ibidda gubaarra
iBraahiimiin baraare
aNuhaa agarsiisuu
iIlmaan Gaazaa gargaare.
bEelaf dheebu jara
hawdii kee obaasi
Rakkoo keessoo jara
iObbolummaadhan dhoksi.
sSagaleen guddichi
gubbaa dirra lafaa
iBiiftuun ifaa Qur'aanaa
aLaallabni hangafaa.
sSichuu babal’atee
aAdduuniyaa wolga'a
aJechi Gooftaa uumaa
aQajeelcha nuuf ta'a.