Maqaa Kankee 2 by farsa Gollo

SongGPT
Maqaa Kankee 2 by farsa Gollo - Afrobeat music cover art

Maqaa Kankee 2

Afrobeat

0:002:29
Lyrics
Description
dukana kesaa nafutee,gara ifatii nabastee
bola dua kesaa nafutee,namaa jirataa nagotee
anin tanaf alkani guya maqaa kanke jajadaa,bara
kiyaa chufaa kesati maqaa kanketi sagatha
karaa jirenya fagesitee nagarsiftee!
harkaa kiyaa qabdee baka gudaa nagesitee!
abdin jirenyaa kiyaa kana siuma!
maqaa kankee nan waama aga hundumaa!
maqaa kanke gibii jabadaa,
gachana kiyaa kaa nara dowuu dinaa
harkaa kanketii kesaa nadufee jirenyi
harkaa kanketii kesaa nadufee jirenyi
ifaa ketinii dukani baqateraa
gamachuu kee gola kiyaa guteraa
humnaa ketini dina kiya moaderaa
moicha ketini hundumaa ceeraa
karaa jirenya fagesitee nagarsiftee!
harkaa kiyaa qabdee baka gudaa nagesitee!
abdin jirenyaa kiyaa kana siuma!
maqaa kankee nan waama aga hundumaa!
galati kee afaan kiyaa iraa indumuu,
hojini kee dinqiidaa namni indhumanuu
maqaa kanke ginbii jabadaa