Create New Playlist

Add a cover pic of your own choice

(Optional)

Name

AI Cover Generator

4 credits

Not enough credits (0/4).

Logout

Are you sure you want to Logout?

Close

Maqaa Kankee 2 by farsa Gollo

SongGPT
Maqaa Kankee 2 by farsa Gollo - Afrobeat music cover art

Maqaa Kankee 2

Afrobeat

0:002:59
Lyrics
Description
dukana kesaa nafutee,gara ifatii nabastee
bola dua kesaa nafutee,namaa jirataa nagotee
anin tanaf alkani guya maqaa kanke jajadaa,bara  kiyaa chufaa kesati maqaa kanketi sagatha
karaa jirenya fagesitee nagarsiftee,
harkaa kiyaa qabdee baka gudaa nagesitee
abdin jirenyaa kiyaa kana siuma
maqaa kankee nan waama aga hundumaa
maqaa kanke gibii jabadaa ,
gachana kiyaa kaa nara dowuu dinaa
harkaa kanketii kesaa nadufee jirenyi ×2
ifaa ketinii dukani baqateraa
gamachuu kee gola kiyaa guteraa
humnaa ketini dina kiya moaderaa
moicha ketini hundumaa ceeraa
galati kee afaan kiyaa iraa indumuu,
hojini kee dinqiidaa namni indhumanuu
maqaa kanke ginbii jabadaa
maqaa kanke gibii jabadaa ,
gachana kiyaa kaa nara dowuu dinaa
harkaa kanketii kesaa nadufee jirenyi ×2
karaa jirenya fagesitee nagarsiftee,
harkaa kiyaa qabdee baka gudaa nagesitee
abdin jirenyaa kiyaa kana siuma
maqaa kankee nan waama aga hundumaa