Create New Playlist

Add a cover pic of your own choice

(Optional)

Name

AI Cover Generator

4 credits

Not enough credits (0/4).

Logout

Are you sure you want to Logout?

Close

Jaalalleenkoo 1 by Dawit

SongGPT
Jaalalleenkoo 1 by Dawit - Gospel,both vocals music cover art

Jaalalleenkoo 1

Gospel,both vocals

0:003:06
Lyrics
Description
(verse)
Jaalalleenkoo, dhaabatee na eegaa jiraa
Mana naaf qopheesseera, gubbaa Waaqarraa!
Biyyi lafaa, wabii naa hin ta'u badaa jiraa,
Inni du'aa mo'ee, Yesuuskoot jireenyaa!*2
(chorus)
Siyaadeeraa, jaalalleeko dhugaa
Dafii kottuu, ijikoo si arguu hawweeraa.
Sin jaalladhaa, Maranatha jedheen siwaamaa
Maaloo kottuu, Yesuusko anoo sin yaadaa.
(verse)
Rakkinasaa, hamminasaa, gidiraasaa fudhatee
Lafti hindarbaa, yaaddoof ammeenyasaa xaxatee.
Siin naaf wayyaa, abbaa gaarii hundumaakoo
Dafii kottuu, sin yaada sin dheebodha furiikoo!*2