Create New Playlist

Add a cover pic of your own choice

(Optional)

Name

AI Cover Generator

4 credits

Not enough credits (0/4).

Logout

Are you sure you want to Logout?

Close

Jaalalaa 1 by Abdi

SongGPT
Jaalalaa 1 by Abdi - Gospel,both vocals music cover art

Jaalalaa 1

Gospel,both vocals

0:003:23
Lyrics
Description
(verse)
Yesuus koo ergan cn baree
Hiika jaalalaa hubadhee
Madda nagaa hundee gammachuu
An baguman c argadhe
(chorus)
Jaalala siif qabu, yaa Yesus
Gammachuu fi nagaa, si waliin
Hunda caalaa siif galateeffadha
Jaalalaa keetiin an jiraadha
(verse)
Kitaaba qulqulluu dubbisee
Dhiiga keetiin naaf baye
Amma ani dhugaa argeera
Jaalala keetiin an jiraadha
(chorus)
Jaalala siif qabu, yaa Yesus
Gammachuu fi nagaa, si waliin
Hunda caalaa siif galateeffadha
Jaalalaa keetiin an jiraadha
(bridge)
Si wajjin ta'uun, an jabaadha
Nagaa fi gammachuun, an argadha
Amma an beeka, hiika jaalalaa
Yesuus koo, si wajjin jiraadha