Create New Playlist

Add a cover pic of your own choice

(Optional)

Name

AI Cover Generator

4 credits

Not enough credits (0/4).

Logout

Are you sure you want to Logout?

Close

Giftii Ko by Dawit

SongGPT
Giftii Ko by Dawit - Soulful Acoustic Ballad music cover art

Giftii Ko

Soulful Acoustic Ballad

0:002:56
Lyrics
Description
intro
giftii koo;
jireenyi kaleessaa
taatewwan ta'aman
imalli fageenyaa
bakkeewwan ga'aman
dubbiin mimi'aawaan
wal wajjiin hasaafne
biqiltuun jaalalaa
wal wajjiin akaafne,
waliin waa karoorsaa
gulantaan darbine
walumaan kudhaamaa
abjuun nu argine
achii;
lafaa kaanee
abjuun seenessine
abdii walitti horaa
faara waliif tolaa
karaan dheeressine
itti hubattee hin yaanne
hin qalbifneef malee
anaaf jireenyuma
yaadannoowwan kalee
anaaf;
abdii laatu
taateewwan kaleessa
ati immoo hin jirtu
kanaaf; miirri koo walkeessa
tahus;
harki yoo gu'ellee
waa yaadun hin gu'u
hariiroon yoo du'ellee
yaadannoon hin du'u
eeyyen yaadannoon jiraatadha.