Create New Playlist

Add a cover pic of your own choice

(Optional)

Name

AI Cover Generator

4 credits

Not enough credits (0/4).

Logout

Are you sure you want to Logout?

Close

An Si Malee — Yaadannoo Jaalalaa 1 by Dawit

SongGPT
An Si Malee — Yaadannoo Jaalalaa 1 by Dawit - Soulful Acoustic Ballad music cover art

An Si Malee — Yaadannoo Jaalalaa 1

Soulful Acoustic Ballad

0:003:02
Lyrics
Description
guyyaa kaleessaa karaa irratti, gaddi na qunname
na hammattee, hirqinfattee boosse
kan koo qofa kan turte, qabeenya koo qofa
maaliifan si dhabe ree?
eeyyee, ija koo kan sababa malee dhungachaa turte san
maaliif jaalalli koo si keessatti hin hafne?
yaa jaalalle koo
hafuura koo kan kuttu si'i
an si malee akkan itti jiraadhu natti himi
yaa jaalalle koo
hafuura koo kan kuttu si'i
an si malee akkan itti jiraadhu natti himi
an si malee...
yeroo hundumaa onnee koo kan dhiphisu
hir'ina akkasii dha
aniyyuu hin beeku, akkasitti
akka malee barbaachisaa akkati taate
hundi badee hin deebine
halkan meeqatu dabrani
urjiiwwan meeqan lakkaa’e
hamma qubni koo gubattutti
yaa jaalalee koo
hafuura koo kan kuttu si'i
an si malee akkan itti jiraadhu natti himi
yaa jaalalle koo
hafuura koo kan kuttu si'i
an si malee akkan itti jiraadhu natti himi
an si malee...
ati imimmaan koo isa dhumaati
gadda koo isa dhumaas si'i
ammas onnee koo keessa jirta
yaa jaala koo
hirmaannaa galgala koo
ammas nama biraaf hin kennine
si qofan jaalladhe
yaa jaalalee koo
hafuura koo kan kuttu si'i
an si malee akkan itti jiraadhu natti himi
yaa jaalalle koo
hafuura koo kan kuttu si'i
an si malee akkan itti jiraadhu natti himi
an si malee
an si malee
an si malee
an si malee ......
maaliif na qoraa jirata?
eessaa iyyuu kottu ammas
an si malee akkam ittin jiraadhu?
wanti qoma koo keessaa dhahatu kun
maqaa keetiin dhahata
an si malee akkamitti jiraadhu?
yaa jaalalle koo
hafuura koo kan kuttu si'i
an si malee akkan itti jiraadhu natti himi
yaa jaalalle koo
hafuura koo kan kuttu si'i
an si malee akkan itti jiraadhu natti himi
an si malee....ooooooo.....uuuuuuuu.....yeeeeee
an si malee
an si malee
an si malee
an si malee akkan itti jiraadhu natti himi
..............ooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooooo.................